ETHIOPIA ON THE WEB - COPY OF THE OROMO QUESTION -> Ibsa Tarkaanfii Waraana Bilisummaa OromooStart A New Topic | Reply
Post InfoTOPIC: Ibsa Tarkaanfii Waraana Bilisummaa Oromoo
Posted By: Date: Birraa 2, 2003

Posted On: Oct 11, 2003
Views: 675
Ibsa Tarkaanfii Waraana Bilisummaa Oromoo

Baha Oromiyaa keessatti diinaa wajjin falmaa hadhaawa irra kan jiran jagnootiin Waraana Bilisummaa Oromoo Hagayya 16 - 25, 2002tti loloota gurguddaa sadii fi kan biroo ja¡¯a gochun injifannoon boonsaa galmeessanii jiran. Loloota saglan kana keessatti diina irraa loltoonni 189 ajjeefamanii 100 madaawuun walii galatti loltoonni 289 hojii ala ta¡¯aniiru. Diina irra kisaaraan lubbuu namaa fi qabeenyaa gahe guddaa dha.

16/09/2003

Guyyaa kana lolli Dhiha Harargee Bookee 27 ganda Bishaan Odaa fi Baha Harargee bakka Qumbii ganda Seelaa Jaajoo jedhaman keessatti ta¡¯e. Lola kana irratti diina irraa 8 du¡¯ee 5 madaawee jira.

17/09/2003

Baha Harargee Laga Mojoo bakka Raaree Callee ganda Dudda Danqatee jedhamutti lolli ta¡¯ee diina irra 20 du¡¯e 8 madaawee jira.

18/09/2003

Guyyaa kana Baha Harargee Konyaa Baabbilee bakka Mullu jedhamu ganda Bishaan Gurra Qarootti lolli waraana Wayyaanee fi jagnootii WBO gidduutti ta¡¯ee diina irraa 5 du¡¯ee 7 madaawee jira.

19/09/2003

Baha Hararge Konya Fadis bakka Dudda Agarsuu jedhamutti lollii jabaan kan sa¡¯aatii sadii ol ture ta¡¯e. Lola kana irratti diina irraa loltooni 95 yeroo ajjeefaman 45 madaawuun walitti loltooni 140 hojii ala ta¡¯aniiru. Guyyaa kana qawwee fi qabeenyaan adda addaa booji¡¯amanii qabeenya ABO ta¡¯aniiru.

20/09/2003

Guyyaa kana Konyaa Fadis bakka Bagaan jedhamutti lolli ta¡¯ee diina irraa loltuun 4 ajjeefamee jira.

22/09/2003

Ammas konyaa Fadis bakka Laga Gobelle Kullanda jedhamutti lolli jabaan kan sa¡¯aatii lamaa ol ture ta¡¯e. Lola kana irratti diina irraa 45 ajjeefamee 30 madaawee jira. Meeshaan lolaa fi qabeenyaan adda addaas booji¡¯amee jira.

23/09/2003

Guyyaa kana Konya Fadis bakka Gola Awwaara jedhamutti lolli ta¡¯ee waraana Wayyaanee irraa 7 du¡¯ee 2 madaawee jira.

25/09/2003

Baha Harargee konyaa Baabbilee bakka Dudda Mullu naannoo Ahmed Buree jedhamutti lolli ta¡¯ee waraana Wayyaanee irraa 5 du¡¯ee 3 madaawee jira.

Mootummaan Wayyaanee duula ijibbaataa Waraana Bilisummaa Oromoo irratti banu illee akki inni yaade bakka gahaafii hin jiru. Waraanni isaa bakka gahe hundaatti rukutamaa fi injifatamaa jira. Keessi waraana Wayyaanee jeequmsaan kan guute waan ta¡¯eef lolaaf amilee hin qabu. Carraa kanaan ilmaan Oromoo waraana Wayyaanee keessa jirtan alagaaf meeshaa ta¡¯uu dhiiftanii gara qabsoo bilisummaa ummata Oromootti deebitan waamicha isinii goona.

Injifannoo Ummata Oromoof!!

Adda Bilisummaa Oromoo

For more information, contact:
Oromo Liberation Front
Department of Information
P. O. Box 73247, Washington, DC 20056
Tel: (202) 462-5477
Fax: (202) 332-7011



Posted By: Pls translate

Posted On: Oct 12, 2003
Views: 670
RE: Ibsa Tarkaanfii Waraana Bilisummaa Oromoo

akam olteni. feyada?

pls translate above....


Posted By: 10 Oct. 2003

Posted On: Oct 12, 2003
Views: 668
Qaramada Midoobey oo ku adkaysatay in bishan la ..

Xadka uu muranka wayni ka taagan yahay ee u dhexeeya dalalka Eritereya iyo Itoobiya waxaa la astayn doonaa bishan oktober dhexdeeda, iyadoo uu waliba muran ba’ani ka taagan yahay go’aankii ka soo baxay Eragadii ay Qaramada Midoobey u saartay khilaafka xuduudda ee labadaas dal, sidaas waxaa khamiistii sheegay masuul sare oo ka tirsan Qaramada Midoobey.

Badhtamaha bishan oktober ayaa la billaabi doonaa calaamadaynta soohdinta u dhaxaysa Itoobiya iyo Eritereya, haddii ayna Ergada xallinta khilaafka xuduudda ee (EEBC ayna xilli kale qabanin, sidaas waxaa tidhi afhayeenka Ergada EEBC Gaile Sainte.

Itoobiya ayaa marar badan ku gacan saydhay go’aanka Ergada EEBC, oo magaalada lagu muransan yahay ee Bademe siiyay dalka Eritereya. Bishii horana keligii taliye Meles Zenawe ayaa warqad u diray Qaramada Midoobey, taasoo uu ku codsaday in mar kale dib loogu noqdo arrinta soohdinta ay ku muransan yihiin dalkiisa iyo Eritereya, wuxuuna sheegay in Itoobiya ayna marna aqbalaynin go’aanka Ergada EEBC ee Eritereya siinaya magaalada Bademe.

Ergada EEBC waxay sheegtay in soohdinta u dhaxaysa Eritereya iyo Itoobiya, oo dherarkeedu dhan yahay 1000 km la astany doono inta u dhaxaysa badhtamaha bishan oktober ilaa iyo dabayaaqqada bisha julay ee sanadka 2004.



Posted By: Haile Gudina

Posted On: Oct 14, 2003
Views: 656
RE: Ibsa Tarkaanfii Waraana Bilisummaa Oromoo

Thanks OLF.
But we are the leaders of and people of Oromia and and part of Ethiopia who know better about ourselves and yourselves.
OPDO member.


Posted By: Garywessel

Posted On: May 21, 2022
Views: 24
RE: Ibsa Tarkaanfii Waraana Bilisummaa Oromoo

Quite often, students get overwhelmed with the amount of workload, thus it’s https://us.payforessay.net/ difficult to submit all of their college assignments on time without writing help.


Posted By: Garywessel

Posted On: May 21, 2022
Views: 23
RE: Ibsa Tarkaanfii Waraana Bilisummaa Oromoo

Quite often, students get overwhelmed with the amount of workload, thus it’s https://us.payforessay.net/ difficult to submit all of their college assignments on time without writing help.


 

Ethiopia on the Web