ETHIOPIA ON THE WEB - COPY OF THE OROMO QUESTION -> kora saba 2004Start A New Topic | Reply
Post InfoTOPIC: kora saba 2004
Posted By: gemechu yadeta

Posted On: Jan 9, 2005
Views: 551
kora saba 2004

Hunda dura nagaan kabajaa kan onnee koo irraa maddite bakka jiratanitti isin haa ga'u .Ani maqaan koo j/gammachuu yaadataan jedhama . Dhalooti koos dhiha oromiyaa ona SAYYOO magaala Dembii Dollooti ganda 04ti Mana barumsaa sadarkaa 2ffaa Beetel ykan beesittin xumure. Gara ijoodubbii kootitti isin deebisuf yeroo dheeraf jaallan qabsoo bilisummaa Oromoo irraa qooda fudhachaa turaniif jiran keessa ani tokko . Haa ta'uu garuu bakkan amma keessa socho'uu keessatti waa hedduutu hoddffama fakkenyaf ABOn Itoophiatti galuufi kan jedhanuufi kan kan dalagaa jiru ammoo Leencoo Lataati , waraana hiikkachisufii jedhanii kan gadi qabanii odeessanis ni jiru .Isin kan maal jettu ? Itti dabalas ka'umsi koo waa'ee kora sabaa muddee 21-2004hanga 27-2044 irrattis yaada waliif gummachinu waan qabuf osoo wal-quunnamne jecha akkasumas waa'ee warra qaama cehumsaa jedhee of-moggaase socho'aa jiru kanas murni foxxoqee dhaaba keessa bahe kun yeroo dheeraaf dhaabatti akka deebi'annif yaali hedduun godhamu illee haga yoona akka hin milkoofne hundi keenya quba qabna isin maaloo jera kanafii dhaaba walitti fiddanii rakkoo isanii karaa nagaan furatanii gamtaan diina isaanii irratti akka bobba'an osoo yaaltanii .walumaa gala waa'ee kora sabaa adeemsifamee ilalichise yaada miseensotaa deggartootafi waranaa wanti ani funaane waan jiruf kana gara fuula duratti kan waliif dhaamnu ta'ee gaaffifi deebi isin sagalee bilisummaa oromoo waliin gootan hordofaan ture, hedduu kan nama gammachiisudha. Jabaadhaa nu jabeessan isinin jedha Egaa nan abdadha teessoo keessan guutuu akka gara fuula duratti naaf ergitanii yaadadhimma qabsoo oromoo irratti akka wal -jijjiirru.
Jaala keessan


Posted By: Kelloo

Posted On: Jan 14, 2005
Views: 543
RE: kora saba 2004

Bitta abee waan sif hin galin tokkottu ture. Kora saba ja'ani namonan achi waal gahaan hangi tokko kijjibotta. Soban ummatta oromo nyachuu barbadan. Nutti kun nu sobu amma offi arkinee jira. galatoomi achi yaada kee kan asti barassitef!


 

Ethiopia on the Web